BBC News, Afaan Oromoo - Oduu
Oduu
- Deebiin Ertiraan akeekkachisa MM Abiy Paarlamaa irratti dubbtaniif kennite maali?Ertiraan dubbii Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad dhimma galaana Diimaa fi hariiroo Ertiraa ilaalchisuun dubbatan qeequun deebii kenniteerti.Daqiiqaa 7 dura
- 'Naannawa daangaa Badimmmeetti waraanni itti fufeera'-jiraattotaNaannawa daangaa Ertiraa irraa fageenya gabaabaa irratti argaman bakkeewwaan Gamhalo fi Nafra jedhamanitti, Roobii fi Kamisa waraanni gaggaaggeeffamaa akka jiru jiraattonni himan.27 Sadaasa 2026
- 'Aabba, ani sodaadhe'-Jireenya sodaachisaa haleellaa misaa'elaa Sa'udii, Riyaaditti cimeMagaalaa guddoo Saawudii, Riyaad keessaatti haleellaan dirooniifi misaa'elaa Huutii akka malee cimeeraSa'aatii tokko dura
- Biyyoota torba saalqunnamtiirratti hedduu gammachuu qaban Sa'aatii 2 dura
- Murteessaan 'machaa'ee' dirree gale jedhame boqonnaa irratti jijjiirameMurteessaan ykn daanyaan kubba miilaa machaa'ee tapha taphachiisuuf dirree gale daqiiqaa 45 booda dirree keessaa baafame.27 Sadaasa 2026
- Maan Yunaayitid ittisarratti taphattoota akka 'uuruu harree' walfakkatan keessaa filannoo hin qabu - SaatanTaphoota Pirimer Liigii torban 12ffaa har'a galgala Notingihaam Forest fi Chelsiin halkan sa'aatii 5:00 irratti taphataniin jalqabee sanbattan itti fufee gaggeeffama. Morkiin Arsenaal fi Maanchester Siitii, akkasumas Maanchester Yunaayitid fi Birentifoord walitti fidu warra eegaman keessaati.27 Sadaasa 2026
- Yoo ol jettee deemte Isnaayipariin mataa si dhahan- Jiraataa MooyyaleeKaleessa poolisiin federaalaa magaalicha galuu hordofee garuu dhukaasni guyyaa tokkoof osoo hin dhagahamiin oolu jiraataan magaalichaa maqaan isaa akka hin eeramne gaafate BBCtti himeera.27 Sadaasa 2026
- KALLATTIIN , US Baha Giddugaleessaarratti baayyee xiyyeeffattee Raashiyaa cimsitee dhiibaa hin jirtu - ZeleniskiiVolodmiir Zeleniskiin US irratti mufannaa guddaa qabaachuu ibsuun, harkifannaan farra balistikii misaa’elii barbaachisoo ta’an qaqqabsiisuu mul’achaa jiru lubbuu Yukireen galaafachaa jira jechuun marii nagaa irratti Raashiyaa gahaa gochaa akka hin jirres komateera.
- Qorichi HIV jalqabaa gatii gadaanaan dhiyaatu Afrikaa gale hedduutti abdii horeQorichi HIV ittisu lenkaappaaviir [lenacapavir] jedhamu kun sadarkaa idil-adunyaatti jalqaba kan fe'ame gara Zaambiyaatti yoo ta'u, gaafa Roobii ture biyyattii kan qaqqabe.27 Sadaasa 2026
- Eertiraa waliin nagaa barbaanna, garuu qaama biraa dabalatanii dhufan iyyuu ni mo'anna- Abiy AhimedMM Itoophiyaa Dr Abiy Ahimed garuu har'a Paarlaamaa irratti Eertiraa waliin wal waraanuu hin barbaannu, karaa marii nagaa hulaa galaana diimaa argachuu barbaanna jedhan.26 Sadaasa 2026
- Paastarii Ameerikaa mirgi filachuu dubartootaa akka hafu barbaadanPaastar Daag Wiilsan teessoo isaanii Mooskoo jirurraa BBCtti akka dubbatanitti, ilaalcha isaanii hawaasni dhiirotaan durfamuun "eebba guddaadha" jedhu ibsan. 27 Sadaasa 2026
- Asterooyid: Kallattii 'dhagaa' guddaa samiirraa lafaatti kufaa jiruu jijjiiruu dandeenyaa?Dhagaan samii ykn astirooyidiin yoo lafarratti kufe maaltu taha? Akkamiin ittisna kan jedhu saayintistoonni qorataa jiru. Bu'aa ajaa'ibaas argataniiru.26 Sadaasa 2026
Deebiin Ertiraan akeekkachisa MM Abiy Paarlamaa irratti dubbtaniif kennite maali?
Ertiraan dubbii Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad dhimma galaana Diimaa fi hariiroo Ertiraa ilaalchisuun dubbatan qeequun deebii kenniteerti.
'Naannawa daangaa Badimmmeetti waraanni itti fufeera'-jiraattota
Naannawa daangaa Ertiraa irraa fageenya gabaabaa irratti argaman bakkeewwaan Gamhalo fi Nafra jedhamanitti, Roobii fi Kamisa waraanni gaggaaggeeffamaa akka jiru jiraattonni himan.
'Aabba, ani sodaadhe'-Jireenya sodaachisaa haleellaa misaa'elaa Sa'udii, Riyaaditti cime
Magaalaa guddoo Saawudii, Riyaad keessaatti haleellaan dirooniifi misaa'elaa Huutii akka malee cimeera
Biyyoota torba saalqunnamtiirratti hedduu gammachuu qaban
Murteessaan 'machaa'ee' dirree gale jedhame boqonnaa irratti jijjiirame
Murteessaan ykn daanyaan kubba miilaa machaa'ee tapha taphachiisuuf dirree gale daqiiqaa 45 booda dirree keessaa baafame.
Maan Yunaayitid ittisarratti taphattoota akka 'uuruu harree' walfakkatan keessaa filannoo hin qabu - Saatan
Taphoota Pirimer Liigii torban 12ffaa har'a galgala Notingihaam Forest fi Chelsiin halkan sa'aatii 5:00 irratti taphataniin jalqabee sanbattan itti fufee gaggeeffama. Morkiin Arsenaal fi Maanchester Siitii, akkasumas Maanchester Yunaayitid fi Birentifoord walitti fidu warra eegaman keessaati.
Yoo ol jettee deemte Isnaayipariin mataa si dhahan- Jiraataa Mooyyalee
Kaleessa poolisiin federaalaa magaalicha galuu hordofee garuu dhukaasni guyyaa tokkoof osoo hin dhagahamiin oolu jiraataan magaalichaa maqaan isaa akka hin eeramne gaafate BBCtti himeera.
KALLATTIIN , US Baha Giddugaleessaarratti baayyee xiyyeeffattee Raashiyaa cimsitee dhiibaa hin jirtu - Zeleniskii
Volodmiir Zeleniskiin US irratti mufannaa guddaa qabaachuu ibsuun, harkifannaan farra balistikii misaa’elii barbaachisoo ta’an qaqqabsiisuu mul’achaa jiru lubbuu Yukireen galaafachaa jira jechuun marii nagaa irratti Raashiyaa gahaa gochaa akka hin jirres komateera.
Qorichi HIV jalqabaa gatii gadaanaan dhiyaatu Afrikaa gale hedduutti abdii hore
Qorichi HIV ittisu lenkaappaaviir [lenacapavir] jedhamu kun sadarkaa idil-adunyaatti jalqaba kan fe'ame gara Zaambiyaatti yoo ta'u, gaafa Roobii ture biyyattii kan qaqqabe.
Eertiraa waliin nagaa barbaanna, garuu qaama biraa dabalatanii dhufan iyyuu ni mo'anna- Abiy Ahimed
MM Itoophiyaa Dr Abiy Ahimed garuu har'a Paarlaamaa irratti Eertiraa waliin wal waraanuu hin barbaannu, karaa marii nagaa hulaa galaana diimaa argachuu barbaanna jedhan.
Paastarii Ameerikaa mirgi filachuu dubartootaa akka hafu barbaadan
Paastar Daag Wiilsan teessoo isaanii Mooskoo jirurraa BBCtti akka dubbatanitti, ilaalcha isaanii hawaasni dhiirotaan durfamuun "eebba guddaadha" jedhu ibsan.
Asterooyid: Kallattii 'dhagaa' guddaa samiirraa lafaatti kufaa jiruu jijjiiruu dandeenyaa?
Dhagaan samii ykn astirooyidiin yoo lafarratti kufe maaltu taha? Akkamiin ittisna kan jedhu saayintistoonni qorataa jiru. Bu'aa ajaa'ibaas argataniiru.
Wal argaan Instagram BBC Afaan Oromoo!
Waan gurra itti qeensitan miidhagsinee ijaafi gurra isin buusna.
Viidiyoo Gaggabaaboo
- 01:26 Viidiyoo, Jimaatni 'Bara Dhumaatii?', Turtii 1,26
- 01:30 Viidiyoo, Xalayaan US'f barraa'e maal hima?, Turtii 1,30
- 01:19 Viidiyoo, Iskindir Faannoo keessaa maaf baafame?, Turtii 1,19
- 02:17 Viidiyoo, Lammii Itoophiyaa kilaboota Awuroppaan walbare, Turtii 2,17
- 00:59 Viidiyoo, Namichi nama du'e baasuuf boolla seene ofiif du'e, Turtii 0,59
- 01:57 Viidiyoo, Dhaloonni ammaa kun doofaa ta'aa jiraa?, Turtii 1,57
- 00:23 Viidiyoo, Ajaa'iba! Ankaaktuu ittiin Rabbi lubbuu oolchu, Turtii 0,23
- 00:41 Viidiyoo, Diroonii 70,000 akka urjiitti samii ibsan, Turtii 0,41
- 01:42 Viidiyoo, Waraanni Huutii Itoophiyaa yaachisaa?, Turtii 1,42
- 00:58 Viidiyoo, Awurooppaa jiraachuu feetuu? Icciitiin isaa kunooti, Turtii 0,58
Dhuma Viidiyoo Gaggabaaboo
BBC Afaan Oromoo TikTokiin dhufe, hordofaa
Odeessa bakka biraatti hin arganne, hawwatoofi isin maalalchiisan argachuuf nama jalqabaa ta’aa
YouTube BBC Afaan Oromoo
- Viidiyoo, Qabxiilee ijoo MM Abiy Ahimad Paarlaamaatti dubbatanMM Abiy Ahimad Eertiraa waliin wal waraanuu hin barbaannu, karaa marii nagaa ulaa Galaana Diimaa argachuu barbaanna jedhan.
- Viidiyoo, Huutiin akkamiin biyya waraana guddaa Saawudiitti qormaata ta'e?
- Viidiyoo, Waraanni Sudaan waamicha mootummaa Itoophiyaa fudhachuu dideWaraanni Sudaan waamicha Ministirri Muummee Itoophiyaa marii araaraa dhiyeessan kuffise. RSF dinqisiifannaan simate.
- Viidiyoo, Leellisaa - Mana hidhaatii hanga abbaa qabeenyaa ta'utti
- Viidiyoo, “Biyya abbaa keerraa hin bahin” – Dubbiin Paastar Dastaa Insarmuu ijoo dubbii ta'e
- Viidiyoo, Qaroodhabeessa ijoollee horsiisee bultootaa qaroodhabeeyyii ta'an gargaaru
- Viidiyoo, Naannoo Baadimmee fi Shiraaroo 'qophiin waraanaa guddaan' jira jedhame?
- Viidiyoo, Siyaasaa fi muuziqaan hirmaannaa guddaa kan qaban Obbo Maammoon Gadaa eenyu
- Viidiyoo, Ajjeechaa Arsii, Shirkaatti raawwatameen kan himatame WBO maal jedhe?
- Viidiyoo, Appiiwwan AI'f iccitii kee ni qoodda yoo ta'e eeggannoo gochuu qabdu shan
- Viidiyoo, Moyyaaleetti dhukaasni hin dhaabbanne, jiraattonni haala hamaa keessa jiruWalitti bu'iinsi Moyyaalee keessatti eegalame ji'a tokkoof dhiyaatus ammallee hin dhaabbanne.
- Viidiyoo, Fayyaa Hawaasaan PhD kan argatte Ilillii Jamaal eenyu?
Viidiyoo, Qabxiilee ijoo MM Abiy Ahimad Paarlaamaatti dubbatan
MM Abiy Ahimad Eertiraa waliin wal waraanuu hin barbaannu, karaa marii nagaa ulaa Galaana Diimaa argachuu barbaanna jedhan.
Viidiyoo, Huutiin akkamiin biyya waraana guddaa Saawudiitti qormaata ta'e?
Viidiyoo, Waraanni Sudaan waamicha mootummaa Itoophiyaa fudhachuu dide
Waraanni Sudaan waamicha Ministirri Muummee Itoophiyaa marii araaraa dhiyeessan kuffise. RSF dinqisiifannaan simate.
Viidiyoo, Leellisaa - Mana hidhaatii hanga abbaa qabeenyaa ta'utti
Viidiyoo, “Biyya abbaa keerraa hin bahin” – Dubbiin Paastar Dastaa Insarmuu ijoo dubbii ta'e
Viidiyoo, Qaroodhabeessa ijoollee horsiisee bultootaa qaroodhabeeyyii ta'an gargaaru
Viidiyoo, Naannoo Baadimmee fi Shiraaroo 'qophiin waraanaa guddaan' jira jedhame?
Viidiyoo, Siyaasaa fi muuziqaan hirmaannaa guddaa kan qaban Obbo Maammoon Gadaa eenyu
Viidiyoo, Ajjeechaa Arsii, Shirkaatti raawwatameen kan himatame WBO maal jedhe?
Viidiyoo, Appiiwwan AI'f iccitii kee ni qoodda yoo ta'e eeggannoo gochuu qabdu shan
Viidiyoo, Moyyaaleetti dhukaasni hin dhaabbanne, jiraattonni haala hamaa keessa jiru
Walitti bu'iinsi Moyyaalee keessatti eegalame ji'a tokkoof dhiyaatus ammallee hin dhaabbanne.
Viidiyoo, Fayyaa Hawaasaan PhD kan argatte Ilillii Jamaal eenyu?
YouTube BBC Afaan Oromootti makamaa
Maaltu haasa'ama?
- Waa'ee konfaransii fayyaa hawaasaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiru maal beekna?Konferesniin fayyaa hawaasaa guutummaa Afrikaa (CPHIA) shanaffaa har'a Wixata Sadaasa 23 hanga Jimaata 27tti Finfinneetti gaggeeffama.23 Sadaasa 2026
- Sagalee, Oduu BBC Afaan Oromoo20:49 EAT - 21:04 EAT
- Masirii, Ertiraafi Sudaan waa'ee Galaanaa Diimaafi Gaanfa Afrikaa maal mariyatan? Biyyoonni sadan dhimma Galaana Diimafi Gaanfa Afrikaarratti mariyachuunsaanii kan dhagahame yeroo muddamni Itoophiyaafi Ertiraa gidduutti cimetti. 22 Sadaasa 2026
- Dirooniin Sudaan 'Itoophiyaarraa ka'e' jettuun gamoon UN Kaartuum jiru haleelame23 Sadaasa 2026
- 'Du'a lama ajjeesan' – maatiin namoota tibbana Benishaangulitti ajjeefamanii haqa gaafataa jiruNaannoo Benishaangul Gumuuz bakka Daalattii jedhamutti haleellaa Sadaasa 05, 2026 rawwatameen namoonni 52 ajjeefamaniiru. Kanneen keessaa yoo xiqqaate namoonni 27 ta'an namoota nagaa jireenya idilee isaanii jiraachaa turan akka ta'e gabaafameera.23 Sadaasa 2026
- Ji'a tokkoof walitti bu'iinsaan raafamaa kan turte Moyyaaleetti Kibxatarraa kaasee dhukaasni dhaabbachuu jiraattonni himanWalitti bu'iinsi ji'a tokkoof itti fufee gaggaafamaa ture Kibxata waaree boodarraa kaasee dhaabbachuu isaa jiraattonnii fi dameen Fannoo Dimaa magaalattii keessa socho'u BBCf ibsaniiru.19 Sadaasa 2026
- Oduufi xiinxalli kallattiin akka isin bira gahuuf Chaanaalii WhatsApp BBC hordofaaAmma karaa kanaan Oduuwwan Ammee ijoo, xiinxalaa fi odeessaalee adda addaa karaa BBC News Afaan Oromootiin kallattiidhaan WhatsApp keessan irratti argachuu dandeessu. 6 Muddee 2024
- Itoophiyaa fi Ertiraan loltoota daangaarra qubsiisuun sodaa waraanaa cimseItoophiyaa fi Ertiraan daangaa waliin qaban irratti humnoota isaanii qubsiisuu qaamoleen walitti bu'iinsa hordofanii fi namoonni hidhattoota naannoo Tigraay waliin hidhata qaban himan.Kunimmoo waraanni ka'uu mala sodaan jedhu akka dabalu taasiseera.19 Sadaasa 2026
- 'Oromoo wal ajjeesee reeffa walii bineensa nyaachisun arge'- Ob. Maammoo GadaaMaatii horsiisee fi gariin qotee bulaa keessatti aanaa Boosat keessatti dhalatanii guddatan. Dadammaqiinsaa aadaa, eenyummaa fi siayaasaa Oromoo keessatti nama akka Odaatti beekamani dha. Obbo Maammoo Gadaa eenyu? 18 Sadaasa 2026
- US muddama Itiyoo-Ertiraa furuuf dhimma Asab akka hin kaafne senaataroonni gaafatanDimookiraatonni miseensota Seeneetii Ameerikaa ta'an shan mootummaan Itoophiyaa buufata doonii Asab humnaan to'achuuf yaaliin taasisu kamiyyuu US biratti fudhatama akka hin qabne ifatti mirkanaa'uu qaba jedhan.12 Sadaasa 2026
- 'Itoophiyaan gahee ofii bahaa jirti' - Ergaa MM Abiy dureewwan addunyaaf dhaamanMinistirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad, biyyoonni qilleensaa faalamaa baay'inaan gadi lakkisan sadarkaa olaanaan hir'isuu akka qaban gaafatan.12 Sadaasa 2026
- Haaldureen Ertiraan Itoophiyaa waliin mari'achuuf dhiyeessite maali?Yeroo biyyoonni akka Raasiyaa fi Chaayinaa muddamni Itoophiyaa fi Ertiraa gidduutti hammaataa jiru mariin akka furamuuf carraaqqii dippilomaasii taasisaa jiranitti Ertiraan haal duree tokko keessee jirti.10 Sadaasa 2026
Waa'ee konfaransii fayyaa hawaasaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiru maal beekna?
Konferesniin fayyaa hawaasaa guutummaa Afrikaa (CPHIA) shanaffaa har'a Wixata Sadaasa 23 hanga Jimaata 27tti Finfinneetti gaggeeffama.
Sagalee, Oduu BBC Afaan Oromoo
20:49 EAT - 21:04 EAT
Masirii, Ertiraafi Sudaan waa'ee Galaanaa Diimaafi Gaanfa Afrikaa maal mariyatan?
Biyyoonni sadan dhimma Galaana Diimafi Gaanfa Afrikaarratti mariyachuunsaanii kan dhagahame yeroo muddamni Itoophiyaafi Ertiraa gidduutti cimetti.
Dirooniin Sudaan 'Itoophiyaarraa ka'e' jettuun gamoon UN Kaartuum jiru haleelame
'Du'a lama ajjeesan' – maatiin namoota tibbana Benishaangulitti ajjeefamanii haqa gaafataa jiru
Naannoo Benishaangul Gumuuz bakka Daalattii jedhamutti haleellaa Sadaasa 05, 2026 rawwatameen namoonni 52 ajjeefamaniiru. Kanneen keessaa yoo xiqqaate namoonni 27 ta'an namoota nagaa jireenya idilee isaanii jiraachaa turan akka ta'e gabaafameera.
Ji'a tokkoof walitti bu'iinsaan raafamaa kan turte Moyyaaleetti Kibxatarraa kaasee dhukaasni dhaabbachuu jiraattonni himan
Walitti bu'iinsi ji'a tokkoof itti fufee gaggaafamaa ture Kibxata waaree boodarraa kaasee dhaabbachuu isaa jiraattonnii fi dameen Fannoo Dimaa magaalattii keessa socho'u BBCf ibsaniiru.
Oduufi xiinxalli kallattiin akka isin bira gahuuf Chaanaalii WhatsApp BBC hordofaa
Amma karaa kanaan Oduuwwan Ammee ijoo, xiinxalaa fi odeessaalee adda addaa karaa BBC News Afaan Oromootiin kallattiidhaan WhatsApp keessan irratti argachuu dandeessu.
Itoophiyaa fi Ertiraan loltoota daangaarra qubsiisuun sodaa waraanaa cimse
Itoophiyaa fi Ertiraan daangaa waliin qaban irratti humnoota isaanii qubsiisuu qaamoleen walitti bu'iinsa hordofanii fi namoonni hidhattoota naannoo Tigraay waliin hidhata qaban himan.Kunimmoo waraanni ka'uu mala sodaan jedhu akka dabalu taasiseera.
'Oromoo wal ajjeesee reeffa walii bineensa nyaachisun arge'- Ob. Maammoo Gadaa
Maatii horsiisee fi gariin qotee bulaa keessatti aanaa Boosat keessatti dhalatanii guddatan. Dadammaqiinsaa aadaa, eenyummaa fi siayaasaa Oromoo keessatti nama akka Odaatti beekamani dha. Obbo Maammoo Gadaa eenyu?
US muddama Itiyoo-Ertiraa furuuf dhimma Asab akka hin kaafne senaataroonni gaafatan
Dimookiraatonni miseensota Seeneetii Ameerikaa ta'an shan mootummaan Itoophiyaa buufata doonii Asab humnaan to'achuuf yaaliin taasisu kamiyyuu US biratti fudhatama akka hin qabne ifatti mirkanaa'uu qaba jedhan.
'Itoophiyaan gahee ofii bahaa jirti' - Ergaa MM Abiy dureewwan addunyaaf dhaaman
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad, biyyoonni qilleensaa faalamaa baay'inaan gadi lakkisan sadarkaa olaanaan hir'isuu akka qaban gaafatan.
Haaldureen Ertiraan Itoophiyaa waliin mari'achuuf dhiyeessite maali?
Yeroo biyyoonni akka Raasiyaa fi Chaayinaa muddamni Itoophiyaa fi Ertiraa gidduutti hammaataa jiru mariin akka furamuuf carraaqqii dippilomaasii taasisaa jiranitti Ertiraan haal duree tokko keessee jirti.
Ispoortii
- Murteessitoonni maaliif Maanchister Yuunaayitditti hammaatan?Poochetiiniin leenjisaa Maan Yuunaayitid tahee injifannoo jalqabaa ammayyuu hin arganne.26 Sadaasa 2026
- Guyyoota 115, balalii xiyyaara dhuunfaa 39, filannoo tokkicha-gochaa InfaantiinooPirezidaantiin FIFA, Jiyaanii Infaantiinoo qooda Waancaa Addunyaa invastaroota dhuunfaatti gurguruu karoora jedhu erga ifoomsanii xiyyaara dhuunfaatiin hagam akka addunyaa naanna'an saaxilame. Qorannoon BBC Sport akka agarsiisutti, Adoolessa 28 irraa eegalee, Infantino xiyyaara dhuunfaatiin yeroo 39 imalaniiru. 25 Sadaasa 2026
- Senegaal irra deebiin shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa 2025 tahuu manni murtii murteesseManni Murtii Ijibbaata Ispoortii dhimma Waancaa Afrikaa bara 2025 Senegaalii fi Morookoo ilaalaa ture Senegaal shaampiyoonaa tahuu mirkaneesse.24 Sadaasa 2026
- Karra eegaa michichilli Deeviid Raayaa miidhamuun Arsenaal hangam miidha? Karra eegaa michichilli Deeviid Raayaa miidhamuun Arsenaal hagam miidha? 22 Sadaasa 2026
- Leenjistoota qacaruu fi hojiirraa ari'uuf Maan Yuunaayitid paawondii miliyoona 100 ol baaseeraBaasii Maan Yuunaayitid leenjisaa qacaruu fi ari'uuf baase paawondii miliyoona 100 gahe.21 Sadaasa 2026
- Liiverpuul 4-0 Maanchister Yuunaayitid: Tilmaama Piriimer Liigii torban kanaaKiriis Saatan Moorishiyoo Poochetiinoo tapha jalqabaa isaa mo'amee jalqaba jedhe. Maanchister Yuunaayitid Liiverpuuliin morkata.20 Sadaasa 2026
- Maan Yunaayitid Kaarik bakka buusuuf Pochetiinoo waliin marii eegale Maanchistar Yunaayitid leenjisaa isaa Maayikil Kaarik ofirraa gaggeessuun leenjisaa duraanii Tootanham ofitti fiduu mala jedhamaa jira. 11 Sadaasa 2026
- Viniishiyees Jr daa'ima lola Sudaan keessatti miila lamaan dhabeef ergaa jajjabinaa dhaame Daa'imman Sudaan miliyoonaan lakkaawaman waraanni jireenya isaanii jeeqe keessaayi. Waraana keessatti miila lamaan dhabe. Taphataa Riyaal Maadriid Viinishiyees JR kan dinqisiifatu mucaan viidiyoodhaan wal arganii isa jajjabeessera.11 Sadaasa 2026
- Waa'ee yaaddoo liigicha keessaa bu'uu Yunaayitid leenjisaan maal jedha?Tapha Maanchistar Yunaayitid fi Aston Viilaa kanarratti diraamaa hedduutu ture, gooliin saddeet lakkaa'ameera.9 Sadaasa 2026
- Kiristaanoo Roonaaldoon Porchugaaliif kubbaa taphachuu dhaabeTaphataan seena qabeessi Porchugaal Kiristiyaanoo Ronaaldoon tapha idil addunyaa akka dhaabe dubbate. 5 Sadaasa 2026
- 'Ganama fiigicha shaakalee of gargaaruuf waareebooda akaayii gurgura' - Atileet FayyineeFayyinee Booggaalaan shamarree ganna 24 yoo taatu atileetii gaafa tokko waltajjii guddaa irratti dorgommii mo'achuuf abjuu qabdu dha.4 Sadaasa 2026
- Dubartoota Itoophiyaa ispoortii ijaarsa qaamaan maashaa guddifatanYaadawwan viidiyooshee jalatti kennaman keessayis kan qaamashee, dubartummaasheefi gara fulduraatti daa'ima godhachuushee ilaallatan ni argamu. 4 Sadaasa 2026
Murteessitoonni maaliif Maanchister Yuunaayitditti hammaatan?
Poochetiiniin leenjisaa Maan Yuunaayitid tahee injifannoo jalqabaa ammayyuu hin arganne.
Guyyoota 115, balalii xiyyaara dhuunfaa 39, filannoo tokkicha-gochaa Infaantiinoo
Pirezidaantiin FIFA, Jiyaanii Infaantiinoo qooda Waancaa Addunyaa invastaroota dhuunfaatti gurguruu karoora jedhu erga ifoomsanii xiyyaara dhuunfaatiin hagam akka addunyaa naanna'an saaxilame. Qorannoon BBC Sport akka agarsiisutti, Adoolessa 28 irraa eegalee, Infantino xiyyaara dhuunfaatiin yeroo 39 imalaniiru.
Senegaal irra deebiin shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa 2025 tahuu manni murtii murteesse
Manni Murtii Ijibbaata Ispoortii dhimma Waancaa Afrikaa bara 2025 Senegaalii fi Morookoo ilaalaa ture Senegaal shaampiyoonaa tahuu mirkaneesse.
Karra eegaa michichilli Deeviid Raayaa miidhamuun Arsenaal hangam miidha?
Karra eegaa michichilli Deeviid Raayaa miidhamuun Arsenaal hagam miidha?
Leenjistoota qacaruu fi hojiirraa ari'uuf Maan Yuunaayitid paawondii miliyoona 100 ol baaseera
Baasii Maan Yuunaayitid leenjisaa qacaruu fi ari'uuf baase paawondii miliyoona 100 gahe.
Liiverpuul 4-0 Maanchister Yuunaayitid: Tilmaama Piriimer Liigii torban kanaa
Kiriis Saatan Moorishiyoo Poochetiinoo tapha jalqabaa isaa mo'amee jalqaba jedhe. Maanchister Yuunaayitid Liiverpuuliin morkata.
Maan Yunaayitid Kaarik bakka buusuuf Pochetiinoo waliin marii eegale
Maanchistar Yunaayitid leenjisaa isaa Maayikil Kaarik ofirraa gaggeessuun leenjisaa duraanii Tootanham ofitti fiduu mala jedhamaa jira.
Viniishiyees Jr daa'ima lola Sudaan keessatti miila lamaan dhabeef ergaa jajjabinaa dhaame
Daa'imman Sudaan miliyoonaan lakkaawaman waraanni jireenya isaanii jeeqe keessaayi. Waraana keessatti miila lamaan dhabe. Taphataa Riyaal Maadriid Viinishiyees JR kan dinqisiifatu mucaan viidiyoodhaan wal arganii isa jajjabeessera.
Waa'ee yaaddoo liigicha keessaa bu'uu Yunaayitid leenjisaan maal jedha?
Tapha Maanchistar Yunaayitid fi Aston Viilaa kanarratti diraamaa hedduutu ture, gooliin saddeet lakkaa'ameera.
Kiristaanoo Roonaaldoon Porchugaaliif kubbaa taphachuu dhaabe
Taphataan seena qabeessi Porchugaal Kiristiyaanoo Ronaaldoon tapha idil addunyaa akka dhaabe dubbate.
'Ganama fiigicha shaakalee of gargaaruuf waareebooda akaayii gurgura' - Atileet Fayyinee
Fayyinee Booggaalaan shamarree ganna 24 yoo taatu atileetii gaafa tokko waltajjii guddaa irratti dorgommii mo'achuuf abjuu qabdu dha.
Dubartoota Itoophiyaa ispoortii ijaarsa qaamaan maashaa guddifatan
Yaadawwan viidiyooshee jalatti kennaman keessayis kan qaamashee, dubartummaasheefi gara fulduraatti daa'ima godhachuushee ilaallatan ni argamu.
BBC Afaan Oromoo Chaanaalii WhatsApp gubbaan hordofaa
Walitti bu'iinsa
- Loltoonni biyyoota alaa Somaaliyaa bafaamaa jiru, Al-Shabaab biyyatti to'achuu danda'aa?26 Sadaasa 2026
- Itoophiyaatti namichi hidhaatii bahee dubartoota jaha ajjeesuun shakkame akkamiin to'atame?25 Sadaasa 2026
- 'Itoophiyaa caalaa Eertiraaf kan dhiyaatu hin jiru'
- Qabxiilee ijoo25 Sadaasa 2026
- Haleellaan saayibarii dhabbata Basaasaa Ameerikaa (CIA) irratti raawwate
- Mootummaan Sudaan waamicha nagaa Itoophiyaa dide, RSF garuu simate25 Sadaasa 2026
- MM Abiyyi humnoota Sudaan wal waraanan walitti araarsuuf waamicha godhan25 Sadaasa 2026
- Haleellaan Tigraay Alaamaaxaatti lubbuu heddu galaafate akka qoratamu Amnastiin gaafate24 Sadaasa 2026
Loltoonni biyyoota alaa Somaaliyaa bafaamaa jiru, Al-Shabaab biyyatti to'achuu danda'aa?
Itoophiyaatti namichi hidhaatii bahee dubartoota jaha ajjeesuun shakkame akkamiin to'atame?
'Itoophiyaa caalaa Eertiraaf kan dhiyaatu hin jiru'
Qabxiilee ijoo
Haleellaan saayibarii dhabbata Basaasaa Ameerikaa (CIA) irratti raawwate
Mootummaan Sudaan waamicha nagaa Itoophiyaa dide, RSF garuu simate
MM Abiyyi humnoota Sudaan wal waraanan walitti araarsuuf waamicha godhan
Haleellaan Tigraay Alaamaaxaatti lubbuu heddu galaafate akka qoratamu Amnastiin gaafate
Jiruufi Aartii
- Wellistuun Iraan hijaaba osoo hin uffanne sirbite 74 garafamte24 Sadaasa 2026
- Namoonni tokko tokko sababni fedhii qunnamtii saalaa dhabaniif maali?24 Sadaasa 2026
- Hoo'inni qaama dhala namaa maaliif hir'achaa dhufe?23 Sadaasa 2026
- Namoota sa'aatii afur qofa rafan23 Sadaasa 2026
- Artist Miikiyaas Charinnat 'dhibee tasaan' du'e22 Sadaasa 2026
- Barsiisotni barattoota dhiiraa umuriin hin ga'iin irratti haleellaa saal-quunnamtii raawwatan adabaman20 Sadaasa 2026
- 'Hiriyootashee dhiiraa caalaa onnattuudha" Dubartii jalqabaa fakkiiwwan qullaa fi miira kakaasan kaaste20 Sadaasa 2026
- Dhukkuba daa'imman deemsaafi dubbachuu dhorku20 Sadaasa 2026
Wellistuun Iraan hijaaba osoo hin uffanne sirbite 74 garafamte
Namoonni tokko tokko sababni fedhii qunnamtii saalaa dhabaniif maali?
Hoo'inni qaama dhala namaa maaliif hir'achaa dhufe?
Namoota sa'aatii afur qofa rafan
Artist Miikiyaas Charinnat 'dhibee tasaan' du'e
Barsiisotni barattoota dhiiraa umuriin hin ga'iin irratti haleellaa saal-quunnamtii raawwatan adabaman
'Hiriyootashee dhiiraa caalaa onnattuudha" Dubartii jalqabaa fakkiiwwan qullaa fi miira kakaasan kaaste
Dhukkuba daa'imman deemsaafi dubbachuu dhorku
Ajaa'iba
- Guyyaa shan booda wal hiikan: 'Abbaan manaakoo fakkeessaa akka na jaallatu na amansiise'18 Sadaasa 2026
- Ministirri Ittisaa US kolfinaan itti dheekkamame12 Sadaasa 2026
- Namichi yeroo tokkotti waajjira shanitti hojjechaa ture yakkamaa ta'e 10 Sadaasa 2026
- Maatiinkoo deeggarsa hakiimaan du'uu filannaan qofaatti hafeen gaddaa jira9 Sadaasa 2026
- 'Adaraa koottu hojjedhu!' - Tiraamp pirees sekireetarii akka ta'u 'loltuu jabaa' gaafatan8 Sadaasa 2026
- Arsenal Amajjitti Kiruuppii fudhachuu barbaaduu fi oduu jijjiirraa biroo3 Sadaasa 2026
- Hojjetaa humnaa gandasaa keessaa jalqaba TV bitachuun beekamaa ta'e3 Sadaasa 2026
- Obbolaan daa'imummaatti gataman osoo maatii isaan gate barbaadanii waggootaan booda walitti bahan2 Sadaasa 2026
Guyyaa shan booda wal hiikan: 'Abbaan manaakoo fakkeessaa akka na jaallatu na amansiise'
Ministirri Ittisaa US kolfinaan itti dheekkamame
Namichi yeroo tokkotti waajjira shanitti hojjechaa ture yakkamaa ta'e
Maatiinkoo deeggarsa hakiimaan du'uu filannaan qofaatti hafeen gaddaa jira
'Adaraa koottu hojjedhu!' - Tiraamp pirees sekireetarii akka ta'u 'loltuu jabaa' gaafatan
Arsenal Amajjitti Kiruuppii fudhachuu barbaaduu fi oduu jijjiirraa biroo
Hojjetaa humnaa gandasaa keessaa jalqaba TV bitachuun beekamaa ta'e
Obbolaan daa'imummaatti gataman osoo maatii isaan gate barbaadanii waggootaan booda walitti bahan
Daataa qusachuu barbaadduu?
Daataa qusachuuf yeroo tokko tokko fuula barreeffama qofaa keenyaa ilaalaa.
Bitaa mirga
- Naannawa daangaa Itoophiyaatti muddamni hammaachuu hordofee US akeekkachiisa imalaa kennite
- Waa'ee haadha ijoolleeshee lama Mineesootaa keessatti rasaasaan ajjeeste maal beekna?19 Sadaasa 2026
- Hospitaala Baatutti 'deessuun dogoggora ogeessan' du'uu hordofee komiin cime19 Sadaasa 2026
- Bakka ajaa'ibaa Chaayinaan gaggeesitoota Addunyaa itti keessummeessaa jirtu18 Sadaasa 2026
- Benishaangul,Odaa Bildigiluutti namoonni 50 hidhattootaan ajjeefamuu poolisiin hime 8 Sadaasa 2026
- Raayyaan Ittisaa Maqaleetti sa'aatii sochii konkolaataa daangesse6 Sadaasa 2026
- 'Miidiyaan si'a shanii ol maal akka balleesse osoo itti hin himamiin akeekkachiifni itti barreeffame hin jiru' - Amb. Rediwaan 6 Sadaasa 2026
- Dubartoonni kiniinii kana qaama saalaa dhiphisuuf akka hin fayyadamne akeekkachiifaman6 Sadaasa 2026
Naannawa daangaa Itoophiyaatti muddamni hammaachuu hordofee US akeekkachiisa imalaa kennite
Waa'ee haadha ijoolleeshee lama Mineesootaa keessatti rasaasaan ajjeeste maal beekna?
Hospitaala Baatutti 'deessuun dogoggora ogeessan' du'uu hordofee komiin cime
Bakka ajaa'ibaa Chaayinaan gaggeesitoota Addunyaa itti keessummeessaa jirtu
Benishaangul,Odaa Bildigiluutti namoonni 50 hidhattootaan ajjeefamuu poolisiin hime
Raayyaan Ittisaa Maqaleetti sa'aatii sochii konkolaataa daangesse
'Miidiyaan si'a shanii ol maal akka balleesse osoo itti hin himamiin akeekkachiifni itti barreeffame hin jiru' - Amb. Rediwaan
Dubartoonni kiniinii kana qaama saalaa dhiphisuuf akka hin fayyadamne akeekkachiifaman
Barumsaaf
- 'Kiristaana waan taaneef nu basaasu, ni reebamna, ni hidhamna'- Lammiilee Kooriyaa Kaabaa 25 Sadaasa 2026
- Bulchitoota Afrikaa bara aangoosaanii dheeressuuf heera jijjiiran25 Sadaasa 2026
- Kishaafa ijaa basaasummaaf oolun waraabamaa jiraachuu akkamiin beekna?24 Sadaasa 2026
- Maalummaan boorsaa iccitii niwukilaraa Putiin waliin tibbana Chaayinatti mul'ate ijoo dubbii ta'e21 Sadaasa 2026
- WBO'n ibsa haleellaa Arsii ilaalchisee baase miidiyaaleen tokko tokko dogoggora gabaasan jechuun himate21 Sadaasa 2026
- Itoophiyaan bara 2050tti baay'ina ummata musliimaan addunyaarraa sadarkaa meeqaffa qabatti?21 Sadaasa 2026
- Suuraa 1980 'ChatGPT' fayyadamuun qooddeettaa? Balaa akkamiif akka saaxilamtan beektuu?21 Sadaasa 2026
- Waayee bara dhumaa amantaaleen maal jedhu?19 Sadaasa 2026
'Kiristaana waan taaneef nu basaasu, ni reebamna, ni hidhamna'- Lammiilee Kooriyaa Kaabaa
Bulchitoota Afrikaa bara aangoosaanii dheeressuuf heera jijjiiran
Kishaafa ijaa basaasummaaf oolun waraabamaa jiraachuu akkamiin beekna?
Maalummaan boorsaa iccitii niwukilaraa Putiin waliin tibbana Chaayinatti mul'ate ijoo dubbii ta'e
WBO'n ibsa haleellaa Arsii ilaalchisee baase miidiyaaleen tokko tokko dogoggora gabaasan jechuun himate
Itoophiyaan bara 2050tti baay'ina ummata musliimaan addunyaarraa sadarkaa meeqaffa qabatti?
Suuraa 1980 'ChatGPT' fayyadamuun qooddeettaa? Balaa akkamiif akka saaxilamtan beektuu?
Waayee bara dhumaa amantaaleen maal jedhu?
Miidiyaa hawaasaatiin nu hordofaa
- YouTube
- TikTok
Baay'ee kan jaalatame
- 1'Naannawa daangaa Badimmmeetti waraanni itti fufeera'-jiraattota
- 2Gabaasni haaraan dhimma waraana biyyoota Afrikaa, ga'uumsa waraana Itoophiyaarratti maal jedhe?Yeroo dhuma kan haaromfame: 12 Ebla 2025
- 3Biyyoota torba saalqunnamtiirratti hedduu gammachuu qaban
- 4'Aabba, ani sodaadhe'-Jireenya sodaachisaa haleellaa misaa'elaa Sa'udii, Riyaaditti cime
- 5Haaldureen Ertiraan Itoophiyaa waliin mari'achuuf dhiyeessite maali?
- 6Maan Yunaayitid ittisarratti taphattoota akka 'uuruu harree' walfakkatan keessaa filannoo hin qabu - Saatan
- 7KALLATTIIN US Baha Giddugaleessaarratti baayyee xiyyeeffattee Raashiyaa cimsitee dhiibaa hin jirtu - Zeleniskii
- 8Amantoota kadhannaa paastarootaan raajii argachuuf liqii keessa galanYeroo dhuma kan haaromfame: 12 Bitooteessa 2023
- 9Murteessaan 'machaa'ee' dirree gale jedhame boqonnaa irratti jijjiirame
- 10Qorichi HIV jalqabaa gatii gadaanaan dhiyaatu Afrikaa gale hedduutti abdii hore